Asoosama Addunyaa Barkeessaa “Arraa Gurbaa! Kunis tokko; sunis gaaf tokko”

Main Article Content

Dastaa

Abstract

Asoosamni Arraa Gurbaa jedhamu nama kakaasa; hawaas-diinagdeefi dhimmoota siyaasa biyya keenyaa sirriitti addeessa. Afaan Oromootiin kan barreeffame asoosamichi yoomessa baadiyyaarraa kaasee amma Finfinneetti fulla’een qindaa’e. Seenaan qooddataa hangafaa dhalootaa amma du’aatti himamuu dhabuufi qooddattoonni walfalman kan walhinsimne ta’anis haalli baniinsaafi cufiinsaa barreessicha akka dinqisifannu nu taasisa.

Downloads

Download data is not yet available.

Article Details

How to Cite
Dassaalany (PhD), D. (2023). Asoosama Addunyaa Barkeessaa “Arraa Gurbaa! Kunis tokko; sunis gaaf tokko”. Gadaa Journal, 6(2), 17-21. Retrieved from https://journals.ju.edu.et/index.php/gadaa/article/view/4924
Section
Articles
Author Biography

Dastaa , Kolleejjii Hawaasaa fi Namoomaa

Yunvarsitii Addis Ababaa